Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile
Oromia Prosperity Party / OPP /

@oromiapparty

This is the official twitter account of Oromia Prosperity Party. committed to realize Ethiopia's Prosperity

ID: 1554737065274871813

linkhttps://www.opp.et/ calendar_today03-08-2022 07:54:32

499 Tweet

5,5K Followers

3 Following

Abiy Ahmed Ali 🇪🇹 (@abiyahmedali) 's Twitter Profile Photo

Thank you, President Xi Jinping, for the warm welcome and our valuable discussions today. Ethiopia greatly appreciates China's continued and multifaceted support. Despite facing various challenges, we are making significant strides in agriculture, manufacturing, industry,

Following up on our meeting in July, I had another opportunity to meet with General Abdel Fattah al-Burhan on the sidelines of the Forum on China–Africa Cooperation. Our discussions focused on a range of bilateral and regional issues of mutual concern.

Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

“Gurmaa’insi haaraan misooma ariifachiisuu fi nageenya waaressuuf daran murteessaadha” Obbo Kaffaaloo Tafarraa I/G Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa.

Injifannoowwan keenya tiksaa milkaa’ina caalmaaf hojjanna! Barii jijjiiramaa irraa eegaluun injifannoowwan qaqqaalii hedduu rogdaneessa ta’an gonfachuun danda’ameera. Injifannoowwan keenya cimsinee qabachuun kunuunsaa ce’umsa amansiisaa mirkaneessuuf kutannoon hojjenna.

Injifannoowwan keenya tiksaa milkaa’ina caalmaaf hojjanna!
Barii jijjiiramaa irraa eegaluun injifannoowwan qaqqaalii hedduu rogdaneessa ta’an gonfachuun danda’ameera. Injifannoowwan keenya cimsinee qabachuun kunuunsaa ce’umsa amansiisaa mirkaneessuuf kutannoon hojjenna.
Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

Biyyaalessummaan lammiilee hundaaf carraa wal qixa kan kennuudha!! Biyyaalessummaan walqixxummaa, bilisummaa fi waloominni akkasumas hariiroo fi walitti hidhamiinsi kaleessaa, har’aa fi boruu keenyaa akka kan cimu kan taasisudha.

Biyyaalessummaan lammiilee hundaaf carraa wal qixa kan kennuudha!!
Biyyaalessummaan walqixxummaa, bilisummaa fi waloominni akkasumas hariiroo fi walitti hidhamiinsi kaleessaa, har’aa fi boruu keenyaa akka kan cimu kan taasisudha.
Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

Ida'amuun, damee hawaasummaa, siyaasaa fi dinagdee dabalatee yaadama jireenya dhuunfaa fi hawaasa hundaa waliin kan walitti hidhamuudha. Kaayyoon isaas biyyi keenya Itoophiyaan daandii irra deemtee bakka dhaqqabuu qabdu kan agarsiisudha.

𝗜𝗿𝗿𝗲𝗲𝗰𝗵𝗮; 𝗙𝗮𝗮𝗷𝗷𝗶𝗶 𝘁𝗼𝗸𝗸𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗳𝗶 𝗼𝗯𝗯𝗼𝗹𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮! Sonawwan Aadaa fi duudhaa ganamaa hedduudhaan faayamee, hirmaattota miiliyoonaan lakkaahamaniin miidhagina addaa goonfatee kan kabajamu Irreechi sirna hawwataa lammiileen jaalala fi mararfannaa guddaad

𝗜𝗿𝗿𝗲𝗲𝗰𝗵𝗮; 𝗙𝗮𝗮𝗷𝗷𝗶𝗶 𝘁𝗼𝗸𝗸𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗳𝗶 𝗼𝗯𝗯𝗼𝗹𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮!

Sonawwan Aadaa fi duudhaa ganamaa hedduudhaan faayamee, hirmaattota miiliyoonaan lakkaahamaniin miidhagina addaa goonfatee kan kabajamu Irreechi sirna hawwataa lammiileen jaalala fi mararfannaa guddaad
Abiy Ahmed Ali 🇪🇹 (@abiyahmedali) 's Twitter Profile Photo

Professor Beyene Petros embodied the spirit of peaceful political struggle, playing a pivotal role in fostering a culture of non-violence and constructive political dialogue in Ethiopia. I am deeply saddened to hear of his passing after a prolonged period of medical care. May his

Professor Beyene Petros embodied the spirit of peaceful political struggle, playing a pivotal role in fostering a culture of non-violence and constructive political dialogue in Ethiopia. I am deeply saddened to hear of his passing after a prolonged period of medical care. May his
Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

Irreecha Keenya, Haaromsa Aadaa Keenyaaf! ******** Irreechi wiirtuu tokkummaa fi obbolummaan dhugaa itti mul’atu, aadaan keenya itti calaqqisu akkasumas hariiroon lammiilee gidduu jiru itti jabaatu mallattoo araaraa fi bu’uura haaromsa aadaa keenyaati.

Irreecha Keenya, Haaromsa Aadaa Keenyaaf!
********
Irreechi wiirtuu tokkummaa fi obbolummaan dhugaa itti mul’atu, aadaan keenya itti calaqqisu akkasumas hariiroon lammiilee gidduu jiru itti jabaatu mallattoo araaraa fi bu’uura haaromsa aadaa keenyaati.
Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

Irreecha; Sirna Galateeffannaa Gammachuun Faayame! ********* Ayyaana ummataa sadarkaa naannoo keenyaatti hawwiifi qophii guddaadhan eeggamu keessaa tokko ayyaana Irreechaati. Irreechi sirna hawwataa uummanni Oromoo tulluufi malkaatti bahee uumaa isaa itti galateeffatuudha.

Irreecha; Sirna Galateeffannaa Gammachuun Faayame!
*********
Ayyaana ummataa sadarkaa naannoo keenyaatti hawwiifi qophii guddaadhan eeggamu keessaa tokko ayyaana Irreechaati.
Irreechi sirna hawwataa uummanni Oromoo tulluufi malkaatti bahee uumaa isaa itti galateeffatuudha.
Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

“Sabdaneessummaan Miidhagina Keenya” Ministira Mummee Dr. Abiyyi Ahimad ******* Sabdaneessummaan mallattoo miidhaginaa fi bu’uura tokkummaa keenyaati. Biyyi keenya Itoophiyaan kennaawwan addaa calaqqee daneessummaa keenyaa ta’an hedduudhaan kan guutamtedha.

“Sabdaneessummaan Miidhagina Keenya” Ministira Mummee Dr. Abiyyi Ahimad
*******
Sabdaneessummaan mallattoo miidhaginaa fi bu’uura tokkummaa keenyaati. Biyyi keenya Itoophiyaan kennaawwan addaa calaqqee daneessummaa keenyaa ta’an hedduudhaan kan guutamtedha.
Oromia Prosperity Party / OPP / (@oromiapparty) 's Twitter Profile Photo

Misoomaan Gara Badhaadhinaatti! ****** Oomishaa fi oomishtummaa dachaan guddisuudhaan galmoota badhaadhinaa dhugoomsuuf xiyyeeffannaa guddaadhaan hojjatamaa jira. Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti Boqolloo Kilaastaraan misoomaa jiru.

Misoomaan Gara Badhaadhinaatti!
******
Oomishaa fi oomishtummaa dachaan guddisuudhaan galmoota badhaadhinaa dhugoomsuuf xiyyeeffannaa guddaadhaan hojjatamaa jira.
Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti Boqolloo Kilaastaraan misoomaa jiru.